Tuesday, April 1, 2014

Qorra Gannaa



Qorra Gannaa

Waaqi ‘balaqqisaa[1]
Rooba gad-lakkisaa[2]
Manni keenna ‘dhim’isaa[3]
Ibidda nurraa dhaamsaa
Qorraan nu rom’isiisaa
Bulukkoo ciccitaa
Hedduun nu uffachisiisa
Kuun asii harkisa
Kuun achi harkisa
Bullukkoon ciccitee
Namuu duwwaa cicciisaa
♣♣♣♣♣


[1] Balaqqeettii= balaqeessuu yeroo roobaa, hangaasuu
[2] Lakkisuu=dhiisuu
[3] Dhim’isuu=bishaan galchuu (manaaf)

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home