Tuesday, April 1, 2014

Laga Gannaa



Laga Gannaa

Takka horii butta
Yookiin nama fuuta
Midhaanille huutaa[1]
Bibbinnooftee[2] deemtaa
Malkaalle duuchitaa
Riqachaa fudhataa
Nama addaan kuttaa
Silaa ganni quufaa
Laga maaliin deemtaa?
♣♣♣♣♣


[1] .Hudhuu=hiika lama qaba.1. laagadaarratti (laagarratti) hafuu. 2. Ukkaamsuu
[2] .Bibbinnaa’uu=aaruu=sardamuu=boora’uu

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home