Eelaa
Eelaa[1]
Qoreen na woraantee
Miila na eelchitee
Deemmaa na dooggitee
Teessoo na hanqittee
Hirriiba danqitee
Malaan na kulkultee
Woraanxoo hinargannee
Woraanee hinjiffannee...
Abdii kutee hinteennee
Bosonatti hokkolaa
Qoree meexxii muraa
Malaa woraannadhaa
Gad
qabee jiffadhaa
Qoree
of keessaa baafadhaa
Foora
fudhadhaa
Gaafas
rafee bulaa.
0 Comments:
Post a Comment
Subscribe to Post Comments [Atom]
<< Home