Tuesday, April 1, 2014

Beekaa dhabnee?



Beekaa dhabnee?

Beekaa hindhabnee
Beeka dhabnee
Biyya hindhabnee
Biyyaa dhabne
Jiruu hindhabnee
Jiraachuu dhabne.

Qorri nuuf gamnaan
Qoraan cabsinee
Abidda bobeessinee
Daa’ima diqqaa
Bira raffisnee
Garaa jabeeffannee
Manaa yaanee
Akkam taanee
Akkana turree?
♣♣♣♣♣

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home