Hiddaafi Xannacha
Hiddaafi Xannacha
Hiddaafi
xannacha
Keesaa filanna jedhanii
Boruufi keessa hinbeenneen
Xannacha filatanii
Fira godhatanii
Hidda ifirraa kutanii
Gaafa balaatiif
Xannacha abdatan.
Nageenni gaafuma maaran
Hamtuun gaafa tokkoon
Gumaacha dhiigaatiif
Xannacha iddatanii,
Hidda malee xannach
Dhiiga hinbahuu,
♣♣♣♣♣
0 Comments:
Post a Comment
Subscribe to Post Comments [Atom]
<< Home