Abbaa Koo
Abbaa Koo
Abbaa koo abbaa dhiiraa
Yaboo jabdu si jiraa
Fudhatte yooboo dhiiraa
Nuu saaqxee karaa maraa
Woregaan
deemtee nu biraa.
Nu dhiisii ilmaan abbaa
Guddistee ilmaan ambaa
Nu dhiisii ilmaan worraa
Eessa jirta ree ammaa!
Aabboo abbaa daaddaa
Keetii abummaan addaa
Beekumsa guddaa qabdaa
Yomuu si hin dagannuu
Galata guddaa qabdaa!
♣♣♣♣♣
0 Comments:
Post a Comment
Subscribe to Post Comments [Atom]
<< Home