Tuesday, April 1, 2014

Laama



Laama[1]

Kan eennuu fidanii
Kan eennuu qalanii
Seera itti baasanii?
Seera dullachaan
Maaya[2] bulchuu yalanii
Tokkochaa du’eef
Loon foonaa oolchanii?
♣♣♣♣♣


[1]  Laama = sooma jechuudhaa.
[2] Maayaa= uummata bal’aa jechuudha.

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home