Tuesday, April 1, 2014

Mee Nu Haa gahuuti!



Mee Nu Haa gahuuti!

Buddeena abjuu nyaachuun
Osoo hojjachuu dandeennuu taa’uun
Osoo beeknuu huubaan nyaachuun
Baraa fi furguggoo gad-jedhanii, Jala darbaniin
Maal qaba yoo irraan darbanii?
Harkaan moosisanii
Mootii sodaatanii?

0 Comments:

Post a Comment

Subscribe to Post Comments [Atom]

<< Home